University Bulehora : Barattoota ganama har’aa Rasaasaan dhayaman keessaa

Above Single Post

University Bulehora : Barattoota ganama har’aa Rasaasaan dhayaman keessaa

#CIROO
Diinummaa BILXIGINNAA
guyyaa hardhaa uummata nagayaa , tokkuummaa oromoottif dhimamanii , waraana wallaggaatti labsamee mormuun hiriira bahuun sagalee ofii dhageesiisaa jiran irratti, WBO POOLISA oromiyaatti makamuun, hardha POLISA OROMIYAA ta’ee, Saba tajaajilu ajaja itti kennuun baratoota irrattii dhokaasi jedhaniinii jennaan akkamiitti irratti dhokaasa jechuun didnaan itti dhokaasuun ajjeesanii jiru.

Mohammednur Guye 

#University_Bulehora
Barattoota ganama har’aa Rasaasaan dhayaman keessaa

#Buleehoraa_University Oduu Gaddaa.
Har’a Ganama Hiriira mormii irratti
Barataa Oromoo kan waggaa 5ffaa #Natnael_Mangistu kan jedhamu poolisi federalaatin Mooraa keessatti Ajjeefame. baratan 3 Rasaasaan dhayamanii hospitaala jiran.
 

Gadda: Barataa Naatinaa’el Mangistuu guyya har’a Amajjii 10/2020 university bule horatti ajjefame

Department Civil Engeneering
Waggaa 3ffaa barata.
Bakki irraa dhufe Dambi Dolloo, ganda 07
Akkuma Networkii Lixa Oromiyaarraa balleessanii waan jiraniif bilbila maatii argachuu hin dandeenye. Firootni isaa biyya networkiin jiru jiran dhufanii reeffa mucaa kanaa akka fudhatan dhaaman

Via: Oromia News Network – ONN

 




PM Honoured With Equatorial Guinea’s Highest National Accolade
Addis Ababa, January 9, 2020 (FBC) -Prime Minister Dr Abiy Ahmed has been honoured with Equatorial Guinea’s highest national accolade.

The award is in recognition for his contribution for peace at home and the African continent.

During the visit, the Prime Minister and President Teodoro Obiang Nguema Mbasogo held discussion on bilateral issues of mutual concern.

They exchanged views on how to strengthen relations between the two countries.

The two countries also signed a memorandum of understanding (MoU) to cooperate in areas of culture and tourism.

The Prime Minister also visited the country’s oil refinery and riverside development project.

After concluding his visit to Equatorial Guinea, the Prime Minister will travel to South Africa for a two-day official state visit.

The visit aims to strengthen the diplomatic relations between the two countries and elevate their ties to a strategic level.

During his visit, the Prime Minister will meet with South African officials and Ethiopian nationals residing there.

ጠቅላይ ሚኒስትሩ እየዞረ ጎረቤት ከሚያስታርቅ ከራሱ ህዝብ ቢታረቅ ይሻለዋል!!!!!!!!!!!!!!!!!!


#Mattuu (Inbox)

#Breaking_News
“Mattuu University fi TTC Mattuu irraati qaamni garboofata Barattoota hirirriyaa ummataa keenya lixa fi gujii sababeefachuun bahan irrati reebicha fi cis-bombii gadhiisun, ijoolleen hedduun miidhaan irra ga’e jira. Hawaasni fi QBO oromoo quba qabadha.”

Tsegaye Ararssa

Below Single Post

1 Comment

  1. Abiy is showing himself how corrupt he is by befriending the President of Equatorial Guinea Teodoro Oblinga Nyuema Mbasoga who is extremely corrupt person. Teodoro is selling the oil and buying $87 million dollars house in California for his son. For more information please read a book written by Rachel Maddow called Blowout for more information.

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.