UNHCR on Ethiopia: ‘I have never seen so much separation’

UNHCR on Ethiopia: ‘I have never seen so much separation’

Como No. Obbo Lencho Letta! Etiopía es una de las regiones más turbulentas y estratégicas del planeta.

Of course Obo Lencho ! Ethiopia is one of the most turbulent and strategic regions on the planet!!

 

Daandii Haaraa | Turtii Obbo Leencoo Lataa Waliin Taasifame


Maatii guutummaatti hidhanii mana cufaatti hambisan
“Shamarree Lalisee Abbayyaa jedhamti. Godina Wallagga Lixaa Aanaa Sayyoo Noolee Magaalaa Geecoo keessaa ukkaamfamte. Boodarra Magaalaa Dabbasootti hidhamtee argamte. Abbaa ishee Obbo Abbayyaa Tarfaa fi harmeen ishee aadde Maammituun gaafachuuf wayita dhaqan maatiishees hidhuun yeroo ammaa manni isaanii cufamee maatii guutummaadhaan hidhaa jiru!”