Ummanni wolaayitaa yeroo ammaa kana koronaa jinnii osoo hin jedhin, haala kanaan bahee mirga ofiitiif falmataa jira

Ummanni wolaayitaa yeroo ammaa kana koronaa jinnii osoo hin jedhin, haala kanaan bahee mirga ofiitiif falmataa jira.

Oromoon hoo kan guyyaa guyyaatti reeffi isaa guuramu maaliif usee caldhisa. Dhumni oromoo mana isaa ciisee reeffa lakkaayuu ta’ee?

Hubadhaa: wolaayitaa namni tokko jalaa hin duune, naannoo mataa isaanii uummachuuf jecha guyyaa hardhaa hiriira nagahaa bahan.

Elias Hussein


ብርቱካን፣ ምን ልሁንልህ?

አቢዮት፣ ምርጫ አራዝሚልኝ;

የአንድ ሳንትም ገፅታ

Elias Hussein

 

 

 

 

 

 

 

 

 


#Abiyyi

Abiyyi nama karaa gabaabduu imalee milkaa’eefii nama dadhabbiin maletti bakka silaa namni abbaa ajjeessee aangoo irraa fudhachuu male inni dhiiga ilmaan oromoon badhaafame ee dhuguma #Badhaadhina jedhee maqaas jijjiirate inni ni badhaadhe

Abiyyi nama ummata ofii ajjeesaa ajjeesisiisaa tureen badii dhiqatee nagaya uffateedha nama ormaaf ergamaa tureedha nama ummanni inni hiisisaa ture isumaa deebi’ee hidhaa ormaa jalaa isa baaseedha

Ammas
Namni akka #Abiyyi karaa gabaabduu deemee kasaare hin jiru
Kasaaraan guddoon karaa salphaan #Abiyyiin qunname
ummata oromootti qoosuu
Dhugaa ummata oromoo wallaaluu
Ummata oromootti qawwee gara galchuu
Garee bitaatiif jaalatamuuf ummata oromootuin jibbamuun isaa booddee erga ummata oromootiin jibbamee warra gammachiisuuf jala fiigaa tureenis jibbamaa dhufuun isaa kasaaraa kanaan isa gahe

Utuu ummata oromoo mufachiisuu baatee utuu gaafii oromoo deebiseef ta’ee #Abiyyi waca nafxanyaan akka saree itti duttu itti kolfaa laphee dhiibee jiraata ture
Maal godhuree isallee itti fakkaattee itti fakkeessanii faallaa oromoo dhaabsisanii dhaabbatee har’a kasaaraa dandamachuu hin dandeenye hammatee waliin kufee ka’utti jira
.
#Tasa_Badhaadhee_Tasa_Kasaare
#Abiy_Must_Go

~by Usmaan Waariyoo Heeban.