Ummanni Walaayitaa sirna nama nyaataa #Abiyyi Ahmad Bilxiginnaa irratti qabsoo finiinsaa jira!

#WALAAYITAA

Ummanni Walaayitaa sirna nama nyaataa #Abiyyi_Ahmad Bilxiginnaa irratti qabsoo finiinsaa jira!
Daandiin hundi cufaadha. Dhakaa fi ibiddatu wal nyaachaa jira!
Hanga ammatti namni 9 ajjeefameera, 64 immoo madaayeera.
Walumaa galatti walaayitaan dirree waraanaa fakkaatti!
#AbiyMustGo

Shukar Kaa Yaassiin