Ummanni Waggaa haaraaf Nagaa kadhatus Mootummaan Qophii Lola irra jirachuu

Oduu Fulbaana 13, 2021

Oduu Fulbaana 13,2021-Ummanni Waggaa haaraaf Nagaa kadhatus Mootummaan Qophii Lola irra jirachuu

Ijjoollen Jimmaa fi Iluu Muraasni Dr.Maraaran Jaldeessa Nun Jedhe Jedhanii Komachuu

 Mohammad Salah

Salphinaa warana abiy torbee dabre leenjise harka wbo ti qabame abiy china gargarsa warana gaafate

“Baalee #Robee iraa sif baresaa jira>
Guyaa dhengadaa iraa kasee milishotaa nannoo birati linjisaan #jaarsota umrin isaani deeme ufataa humnaa adaaa ittii guffisanii magaalaa #Roobeetti gad-naqaan guyyaa kalesaa nannawaa #Kaampii jaratii namoota kararra deemaan jilbifachisaani tumutii jiraan.
kesatuu ummanii nannawaa san jiratu dubrtoonni karaa sanira bahuu sodatuuti jiruu”

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.