EEBBI SIRNA KANA QABA: Ummanni Oromoo dhala isaa eebba akkamitti eebbifata,

EEBBI SIRNA KANA QABA
====================
[OBN 01 01 2011] Ummanni Oromoo dhala isaa eebba akkamitti eebbifata, dhala isaa akkamitti barreessifata? Bara haaraa sababeeffachuun waltajjii Amboo OBN niin daawwadha.

WALAALOO QOOMAN
================
[OBN 01 01 2011] Sammuutti waa qabachuun barreeffama malee Walaaleessuun akkana daawwadha.

AADDEE ANGAATUU
================
[OBN 01 01 2011] Aaddee Angaatuu Hayilee waltajjii sirna araraa Itiyoo – Eeritiraa irratti Pireezidaant Isaayyaas Afawarqiif warqee kennaan.



Agarsiisa Addaa OBN 01 01 2011

TAKKEE FI BUZEE
==============
[OBN 01 01 2011] Bara haaraa sababeeffachuun waltajjii ayyaana Laga Xaafoo Laga Daadhitti qophaa’erratti.