Ummanni Oromoo biyya Ingiliz magaalaa London jiraatu ajjeechaa jumlaa fi duguuggaa sanyii mootummaan ummata Oromoorratti raawwataa jiru balaaleffatan.

Above Single Post

Ummanni Oromoo biyya Ingiliz magaalaa London jiraatu ajjeechaa jumlaa fi duguuggaa sanyii mootummaan ummata Oromoorratti raawwataa jiru balaaleffatan.


Addi bilisummaa Oromoo #ABOn waajjira isaa Magaalaa Jimmaatti sambata guddaa dhufu sagantaa sirna baniinsaa qaba.
Sagantaa kanarratti akka argamtan hoggantoonnifii koreèn qindeessituu waamicha dhiheesaan.
Kottaa waajjirri keessan hojii jalqabee jira.

Keebeek Hundarraa

NORA – Episode 15 – Guest: Dr. Itana Habte


#AMMEE!
Namni Hayyoota Oromoo fi ummata Oromoo gane bakka hundatti numa Salphata!
Obbo Abiyyi Ahimad Dubai dhaqee Iddoo Nafxanyaaf beetakiristaana itti ijaarradhu na kenni jadhe Mooticha Dubai gaafannaan Mootichi ati bulcha biyyaati moo hoogganaa Amantaati jadhe Gaaffii Masgiidoota 37 naannoo Amaaraatti gubate mootichi Dubai itti kaase Deebisa quubsaa kannu dinnaaniif Liqii duraan Abiyyiif Doolaara Miliyoona 20,000,000$ ol kannuuf turees jala haqe kophee haxaawwadhu Dubai keessa bahi jadheeni Abiy salphisee gaggeesse!! Akkana dhiigni Wallagga, Gujii Boorana keessatti jigaa jiru maal eega yoo Abiy waaree salphina dhaabuu baate..
Namicha gantummaa isaa Addunyaanis irratti bartee jirti!!
Abiy guyyaan achi buutee miila Bakkar waaree ta’u fagoo miti..

Amma Kaadireen Bilxiginnaa Soba OBN fi Facebook gadi dhaquuf itti qophaaya jirti Odeeffannoo kana waliif qoodaa!!

Shukuradin Jamal


Godinaa qeellam wallaggaa onaa dallee waabaraa gandaa geecoo jedhamutti waraannii motummaa mana ummataa 6 fi mana dakuu sheek alikoo jedhamanii halaa kanan gubee barbaadessa jira.
Dereje Merga Debelo

Below Single Post

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.