ODUU ONN : Ummanni Oromoo Baaletti dhumaa jirani. Daa’immanii fi Manguddoonni baay’een Du’aa fi jireenya jidutti argamu.

ODUU ONN : Ummanni Oromoo Baaletti dhumaa jirani. Daa’immanii fi Manguddoonni baay’een Du’aa fi jireenya jidutti argamu. DIRMANNAA HATATTAMAATU ISAAN BARBAACHISA


Amajjii 17/2018 Har’uma Hayyuun Oromoo Gootichi Dhaqqabaa_Waariyoo mana hidhaa wayyaanee irraa akka hiikkaman odeessi nu qaqqabee jiru ifa godheera, baga waaqni isin baasee maatiifi uummata keessanitti isin dabale!!


ONN:Oromo New Music 2018 By Artist Umer Gubbee


ONN: Kabajaa Guyyaa WBO biyya Yemen,magaalaa Sana’a, Amajjii 12, 2018. T-shirt ONN qopheeffatanii uffachuun sirna ajaayibsiisaa fi midhagaadhaan kabajan. Galanni keessan bilisummaa haa ta’u jenna!


Amajji 16 2018 qophii Addaa Sagalee Qeerroo Gaafif Deebii Haala Yeroo irratti .


“Maal jedhe WBOn? Maal dhaame dhiiroo?” Video Hawwisoo WBO amajji 1,2018 eebbifame