Ummanni magaalaan Naqamtee sochii hunda ugguruun gadda ibsataa jira.

Ummanni magaalaan Naqamtee sochii hunda ugguruun gadda ibsataa jira.


“Walloo Aanaa Daawwee Harawaatti humna addaa Amaaraa magaalaa Booraa fi Harawaa keessa qubsisuuf jedhaa jirti pp/Bilxiginnaan” Humni kun bara darbes humna ummata aanichaatiin haleelamee baafamuun ni yaadatama. Kanaaf humna guddaa achi qubsiisanii ummata rukutanii haaloo ba’uuf deemu”


Kunis jiraam.
Habashootaaf dhugumattuu jijjiiramadha.
Dachii jannata lafarraa kana bal’isanii sharaasharaafii jiru kaa!