Oduu gaddaa :Guyyaa arraa godina harargee bahaa Aanaa baabilee bakkaa Aw shariif ja,amtuttii ummannii hawwiyyaa ummataa keenyaa nama afur bifaa sukkaneessaadhaan ableedhaan qaqqalan. 

Oduu gaddaa :Guyyaa arraa godina harargee bahaa Aanaa baabilee bakkaa Aw shariif ja,amtuttii ummannii hawwiyyaa ummataa keenyaa nama afur bifaa sukkaneessaadhaan ableedhaan qaqqalan. 
Namonnii qaqqaalaman maqaan isaanii:-
1.Aadam Aammee
2.Abdulay mummad ibroo 
3.mahamad abdulay abdii
4.Abdulaxiif Aadam muumad.
Lubbuun ummata keenyaa biyyaa ofiititii daangaa irrattii wareegamani akkuma ittii fufettii jiraa.
Footoon gootoowwaan keenyaa kan wareegamanii kan asii gadittii argitan kanaa.
Ammaa magaalaa baabilee bakkaa gandaa huseen ja,amuttii wareegamtoota keenyaa Awwaallachaa jirraa.
Kan wareegamaniif jannaata hawwinaa

Source: Oromia News Network – ONN

Where are you @ ODP!!!!!!!


Biqilaa Biyyaa

Saboona fi Qaalicha Oromo fakkatee, Sammuu #Getachew_Asafaa batee dubiin dhan Oromo janjjeesitee, warabeessa guyy’aa nama neyatuu  #Lamma_Megersaa_afaan_damma beektu laata ?

#Qeerroon_Bilisummaa itti damaqtee jirti kuno #Hajii_Jawar_Mohammad wajjin .

Down down OPDO ! !


ABO n mootii dhaabota Oromooti jetti Qeerroon. Dubbiin asumatti dhumata

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.