Umanni Oromoo Sadarkka kana gubba gahe jiraa!!!

Injiifannoo WBO Kaaba shaggar!!
 
Salaale Hidhabuu abootetti jajjabeewwan jaal Bobbaas lola marsaa lamaaf waraana pp rib fi humna dabalataa finfinnee irraa dhufte waliin sa’a dheeraa lola deemsiseen loltuu nafxanyaa 60 ol ajjeesee hedduu madeessuun injiifannoo uummata oromoo boonsu galmeessee jira!Meeshaa hedduus irraa hiikkachuun galii mooraa qabsoo bilisummaa oromoof godheera!

Fuldurri kenya ifadha WBO wabii sabaa dhageyfadha dhamsa garii qaba shere godha walin gahaa