OromiaStrikes-Kun Tsadiq Surar kan dheengadda Dambi Dollootti Agaziin rukutamee ture.

OromiaStrikes-Kun Tsadiq Surar kan dheengadda Dambi Dollootti Agaziin rukutamee ture. Tsadiiq wal’aansa olaanaaf gara hospita Finfinnee ciisaa ture. Haata’utii, lubbuu isaa hambisuun waan dadhabameef boqotee jira.
Qerroon Finfinnee amma Dambi Dollotti jirtan simannaa gootaa godhaafii!!


AKEKACHISA POLISA OROMIYA MAGAALAA fi NAANNAWA ROBEEF,

Jeylan fa’a dabalatee POLISNI OROMIYAA magaalaa ROOBEEtti manaafi magaalicha keesa nannahun uummata kenya kan fedhan caccabsaa kan fedhanis hidhaati guraa oolan ammas akasuma itti fufanii jiru.
Kanumaan walqabatee abota qabeenya boru banuu baanaan AGAAZI miti nutuu isin hin dhisnuu hunda keysan adabbi isinif malu isin adabna jechuun nu dorsisaa jiru.
Namonni heddus hidhamani jiru, AGAAZIn otu moraa kesa hin baane kenumaan rebamaa jirra, POLISA OROMIYA MAGAALAA ROBETIIF akekkachisa dhumaa dhaamsa nuuf dabarsaa.
QEERROO BADDAA BAALEE

Via: Mohammednur Guye

“Waaqni Mirga ormaa nama hin godhin gadi deemtuun Poolisii Tiraafiika Sabbataa Mandara keessa deemuun lakkoofsa gabatee konkolaataa hiikaa jiru! Osoo irraa of qusatanii!”


OMN:Oolmaa Duula Gabaa Lagannaa Godinaalee Lixaa fi Kibba-Baha Oromiyaa

Oromo TV : Ob Galaasaa Dilboo – Haala yeroo fii Hegeree Biyyaa laalchisee