Yaa’iin 13ffaa TPLF har’a Maqaleetti eegalameera. Baniinsa yaa’ii kanaa irratti dura taa’aan dhaabichaa

Yaa’iin 13ffaa TPLF har’a Maqaleetti eegalameera. Baniinsa yaa’ii kanaa irratti dura taa’aan dhaabichaa Dr. Dabra Tsiyoon waan dubbate keessaa:
– TPLF qabsoo hadhooftuu booda sirna federaalawaa kana hundeessuu keesatti qooda murteessaa taphate
– Haalli balaafamaan keessa irru eeggannoodhana qabamee hin ceesifamu taanaan rakkoo hamaa fiduuf deema.
– Yaa’iin kun yaa’ii jijjiiramaa ti. Yaa’ii hoggana humna haaraa itti fulannuu dha.
– Dargaggoonni Tigiraay ba’aa guddaa isinirratti jigee jiru hubattanii akka of qopheessitan garanumaan isinii dhaamna.