TPLF’s Ethiopia: Magaalaa Gondorittis Lagannaan Gabaa Akkuma Itti Fufuetti.

Magaalaa Gondorittis Lagannaan Gabaa Akkuma Itti Fufuetti.
በጎንደርም አድማዉ ቀጥሏል ።

 

Inclusive dialogue and reconciliation aside, there are still thousands of political prisoners in TPLF gulags. These people are not terrorists as they were labeled; they are professionals & careerists who have the courage & determination to fight for the basic rights of their people. Most of them are still paying an immeasurable price in those gulags. Don’t get consumed by media narratives that political prisoners are released. FreeYonatanTesfaye Freeallthepoliticalprisoners!

 

Here‘s Arkebe Ekubay one of TPLF killer declaring war officiallyon Oromiya!!
==================================
Qondalli TPLF Wayyaanee Arkabee Ekubaayi jedhamu ifatti Oromiyaa irratti murni isaanii lola akka labsite kunoo akkanatti ragaa bahee jira.Uummanni Oromoo kan yeroo kamii caalaa tokkummaa isaa cimsatee,keessaa fi alaan waldhagahuun tarsiimoo jabaan masakamee weerara isarratti baname kana ofirraa qolachuuf qophaa’uu qaba.Kanas shakkii tokko malee Uummanni keenya ni injifata!!!