The TPLF is not a legitimate gov. in Oromia/Ethiopia,therefore it cannot negotiate

The TPLF is not a legitimate gov. in Oromia/Ethiopia, therefore it cannot negotiate on behalf of the people of that country!

Advise and warning to KEFI Minerals: If you want to succeed in extracting gold from western Oromia as planned don’t waste your time with that powerless and useless puppet minister. Instead
1) Consult and get consent from from the local population. propose to enter into partnership with them. The Gold belongs to them not the Tigrean mafia that brought you to the country.

2) Negotiate terms with Oromia regional government. As the federal government has no legitimacy to enter into contractual agreement with you.

If you fail or refuse to deal with local population and authorities, it is a guarantee that your investment will go to waste. Oromos will no longer allow exploitation of their resources by any one. Millions of youth are ready to shade their blood to defend their natural resources. You will regret. Mark my words.

namicha dhama’aa Mootummaa Maqaasaa kana gorfadhaa firri. Qabeenya Oromiyaa Tigreen gurgurattu irratti mallattoo isaa kaayuu kana dhiisuu baannaan ni salphata!


OBN ODUU Dec,11/2017 obbo Addisuu Dhummati Calanqo Arra

Wallagga Bahaa, Magaalaa Galiilaa Keessatti Dargaggoonni Hiriira Bahan. Poolisoonni Bittimsuuf Ol Qabanii Dhukaasan. Oromothiopia
Gabaasa guutuu: https://www.voaafaanoromoo.com/a/wallagga-baha…/4159080.html


Calanqoo Keessatti Lubbuun Namootaa Darbuu fi Kaan Immo Madaa’uu Beekamee Jira

WAASHINGITAN, DIISII —(voaafaanoromoo) —Godinaa Haragee Bahaa aanaa Mettaa magaalaa Calanqoo keessatti hiriira har’a geggeessame irratti walitti-bu’insa uumameen raayyaan ittisa biyyaa lubbuun nama kudha shanii galaafachuu isaa jiraattoota keessaa kannnen sodaa nageenyaaf jecha maqaan isaanii akka hin ibsamne gaafatan dubbatanii jiru.

Jiraattonni hedduun immoo haleellaa kanaan madaa’anii gara Hospitaala adda addaatti geeffamuu ibsamee jira.Kanneen daangaa irratti wal waraanaa jiraniif raashinni ykn nyaati haa ergamuu jechuun waajiira bulchiinsaa duratti hiriirree ituu jirru haleellaan kun nu irratti gaggeefamee jedhu Jiraattonni.

Bulchiinsi Godinaa Harargee Bahaa Obbo Jamaal Ahmadee walitti bu’iinsi kun uummauu mirkaneessee jiran.Walitti bu’iinsa kana dura daangaa anaa meettaa araddaa Sarkamaa irratti guyyoota darban lamaa fi sadiif Oromiyaa fi Naannoo Somaalee giddutti walitti bu’iinsa tureen gam lameen irraa namnii tokko tokko ajjefamuu ibsan.

Dargaggonnis ajjechaa Oromoo irratti gaggeeffamuun mufannaa qabaniin daandilee dhagaan cufanii yeroo hiriiranti raayyaan ittisaa daandii bansisuuf yaalii godheen walitti bu’iinsa ka’een namonin ajjefaman akkasumas mada’an akka jiran dubbatan.

Garu lakkoofsa isaanii hin qulqulleeffanne jedhan.Haala jiru adda baafatanii deebii akka nu kennan Obbo Jamaal Ahmedee waadaa nu seenanii jiru.

Gaaffii fi deebii gaggeeffame Caqasaa

2 Comments

  1. Kasala kuntaala 600 gabaaftan. Ilmaan Oromo 20 har’a shororkeessituun Tigree nujalaa ajjeefte garuuu gabaasuu hinsodaattan moo hindhageenye?
    DOWN DOWN OPDO!

Comments are closed.