Tokkummaan Abboota Gadaa Dhaabota Siyaasaa Oromoo Gidduutti Nagaa fi Tokkummaa Buusuuf Sochii Jalqabe

Tokkummaan Abboota Gadaa Dhaabota Siyaasaa Oromoo Gidduutti Nagaa fi Tokkummaa  Buusuuf Sochii Jalqabe


Simannaa Artiist caalaa Bultumee

Alert:

Abdi Iley brother-in-law Khadar Abdi and a known TPLF-backed assasin named Hassa-Gabre arrived in Addis Ababa this afternoon. Their mission is reportedly to kill Somalis in Addis Ababa and to blame it on Oromos.

We urge the Federal Police to keep law and order in the capital. We also would like to ask Qeerroo to give hand to Somali civilians in Addis Ababa if they are attacked by TPLF-backed Abdi Iley vigilantes.

Rajo

#Taayyee Danda’aa??

Yoo Shanee’ kan inni jedhu kun maqa isaan ABO dhaaf moggaasan ta’eef, ABO’n diina #Hacaaluu Hundeessaati jechaadhaa? ABO fi TPLF tu fira jechaadhaa? Gurbaan kun waajjira mootummaa keessaa hojjetamoo Hootela Kashalabbootaa keessaa hojjetaa? Maal kun guddis badiin namaa? Hojiin isheen hojjettu naamusa hojii hinqabuu?


Rakko daanga Baha Oromiyaa furmaata waaraa itti kennuuf Abdi lleen saffissan aangorra kaafamu qaba. ~

Obbo Jawar Mohammed


SBO: Adoolessa 18 bara 2018. Oduu, Duula Humnoota Liyyuu Poolisii fi Labsa Dhukaasa Dhaabuu ABOn baase Cabsuu Mootummaa Itoophiyaa irratti ibsoota ABO irraa kennamani fi Gabaasaa Gumaacha Sabboontonni Qabsoo Bilisummaa Oromoof Taasisan ilaallatu Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa

QOPHII BOHAARTII Adoolessa, 17, 2018