ONN:Kora har’a Addi Tokkummaa Walabummaa Oromiyaa B-J kamaal galchuutiin hogganamu geggeesserratti …

Kora har’a Addi Tokkummaa Walabummaa Oromiyaa B/J kamaal galchuutiin hogganamu geggeesserratti Adda Bilisummaa Oromoo ABOJaal Daawud Ibsaatin hogganamurraa, ABO tokkoomerraas, KFO fi Dhaabota Oromoo biroo rraas argamanii dhaamsa tokkummaa leellisu dabarsaa
jiru.

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

Warri fb kanarraa olola waliin dhooftan odoo suutuman Waan tahaa jiru Dhaggeeffattani Gaariidha

Nov 2/2018
Guyyaa hardhaa Kora Addi #ATO B/J #kamaal galchuutiin hogganamu geggeesserratti Ad/ Bilisumma Oromoo ABO Jaal #Daawid_Ibsaatin hogganamurraa,
#ABO tokkoomerraas, KFO fi Dhaabota Oromoo biroo rraas kana malees dhaabonni ollaa keenyaa #SIDAAMAA
AFFAAR irratti argamanii dhaamsa tokkummaa leellisu dabarsaa Jiran!!!

Kan ummanni barbaadus kanuma
Tokkumman Humna


ONN LIVE Sadaasa 02 2018 GABAASAA ADDAA Magaalaa Naqqamteerraa ;Gaaffiifi deebii lammiilee Oromomoofi Amaaraa naannoo beneshangul gumuziifi daangaalee wallagga bahaarraa buqqa’an waliin goone.