Odeeffannoo!
“Wayyaaneen namoota hedduu Tigraayi irraa walitti qabuun gara Naannoo Affaar geessitee garee tokkoof waraqa eenyumma Naannoo Amaraa, garee lammaffaaf immoo waraqaa enyummaa naannoo Oromiyaa raabsaa jirti jedhan. San booda akka waan oromoo fi amaarri naannicha keeysa jiraatan wal lolan fakkeessuun walitti bu’insa kana gara Kamisee fi naannoo biroottis babal’isuuf hojjechaa akka jirtu ragaan argame jira.”
Dhábasá Wakjira Gemelal
#Ethiopia: Authorities in #Oromia region, north shewa zone, Debre Libanos Werda say they have apprhended a machine gun & several other weapons being illegally transported to #AddisAbeba
ህገ ወጥ መንገድ ሲዘዋወሩ የነበሩ የተለያዩ የጦር https://t.co/2GrWUAkQfB pic.twitter.com/KtFelITq0K— Addis Standard (@addisstandard) July 17, 2018
Warrii omn galatoma ummanni cinaksan akkan jedhan dhaggeffadha me??
Qeerroon Awwaday Lammiin Lammiif Dhiiga Jechuun Hiriiraa arraa Gaggesaan Tasgabbiin Xumuran. Gaafilee Adda Adda Qaamaa Ilaalatuttis dhiheessan. Gaafilee kannen keessa Ajjechaan Maalif Hindhabbanne? Rakkoon Daangaa maaf hinfuramne? Yakkamttoti Liyyuu Polisii fi Abdi Ilen Qaama Seeratti haa dhihataan. Hidhamtoonni Oromo Mana hidha Dire Dhawa Fi Hararitti Wagga meeqa hidhaman hatattamaan haa hiikkamani Jechuun gaafatan. Jajjabeen Awwaday
Gaafileen kennaanii Fi Kan biroos Guutuu Oromiyatti Guyya Jimmata Boru booda Hiriira bahamu irra nigaafatamtii. Hiriirri Kun Tasgabbiin akka xumuramu Qeerroon Gamanumaan hujiii cimaa hujjechuu qaba.
” Lammiin Lammiif Dhiiga “