Tigiraay : Qawwee Tokkummaafi Kutannoo wanta qabanifidha!!
#TPLF spokesperson Colonel Gebre says they have shot down a fighter jet and have captured the pilot.
Magaalaa Tigiraay Adii jedhamuu xiyyaarri Abiyyin haleelee kan ture loltuu Tigiraayn rukutamee gubateera. pilot xiyyaaricha paaraa shuutin keessa ba’ee galii ta’eera.Ajab ተቆጣጣሪነት.

Galgala kana #Jeettiin waraanaa #Eritrea Mig 29 jedhamu Kaaba dhi’a #Tigraay bakka Abi Addii jedhamutti #rukutamee kufeera.jechuun T’tvn dubbataa jira.kana malees Balaliisaan jeettii kanaas waraana Tigraayin too’atamuun himee jira!


#Tigreetti Sabaaf #sablammiin 80lifi
Mootummoonni #faashistii #sadii(xoophiyaa,ertiraa,sumaleen) itti duulanii cabsuu kan isaan dadhabaniif, #Qawweef #tokkummaa wan qabanifidha.
Qabsaa,onni oromootis ummata keenya burjaajessuu dhiisaati gara tokkummaatti luuca,aan dhaamsa keenya”!!!
