There Is NO Government In Ethiopia-No Military or Police Force too!

There Is NO Government In Ethiopia— No Military or Police Force too!!!!!!!
2 days Terrorist Invasion– over 15 massacred, over 90 critically wounded, a Hospital, Clinics etc demolished, turned to ashes with heavy RPG, Mooyalee Town, WELL PLANNED, FUNDED & ENTERTAINED
Darajjee Makkoo Billii 

Maallaqni qabame san Ummata akkanatti Ibiddaan Qa’ee duraa gubanii Mana fii Horii tokko malee hambisan kanaaf Ooluu qaba!


#Breaking
#oduu_gammachiisaa WBO gaachana sabaa

Odeeffannoo kibba oromiyaa Booranaa Moyyaalee irraa arganneen gaachanni uummata Oromoo gootichi waraana bilisummaa Oromoo WBOn humna Liyyuhay, waraana TPLF fi Garrii kan qindoominaan uummata Oromoo irratti bobbaafamuun lola bane wajjiin falmaa hadhaa’aa gochuun yeroo ammaa kana waraana diinaa harka kennachiisaa jira.
Lolli kun ganama sa’aatii 5: 00 irraa jalqabuun osoo addaan hin citin itti fufe.

Odeeffannoo dabalataa akkuma arganneen isiniin geenya.
INIJFANNOON WBOf!