The Unfolding Conflict in Ethiopia: Hearing will be held virtually

The Unfolding Conflict in Ethiopia: Hearing will be held virtually

#seenaajumjumoo dabalatee #Hayyooni oromoo nami 3 sanyi duguuggaa #Abiyyin ummata oromoo irraan gahaa jiru ibsuuf kongiresii Amerkaanitti Affeeramanii jiru rabbi isaan haamilkeessu

December 32020 2:00 PM

Location: Hearing will be held virtually via Cisco WebEx

https://foreignaffairs.house.gov/…/the-unfolding…


#Tarkaanfii_Aja‘ibsiisaa
Polisiin asiin gaditti argitaan #Darajjee_Waggaarii_Buusaa jedhama qeerroowwan keenya haala sukkaneessaatiin hiraarsuun kan beekamu yoommuu ta’u amma gatii isaa harkaaf harkatti safarateera.
Ammaas tarkaanfiin akkasii cimee akka itti fufu gamanumaan isiin beeksifnna.
IUOf saba bal’aaf
Jaal Wabii Oromoo”


Sabboontuu Oromoo, Miseensa ABO Jaal Hawwii Bilisummaa ( Jamiilaa Haaji Buuntii Alii) Hadha Warraa Haaji Waabee Guyyaa hadhaa Mudde 2, 2020 gara ganamaa Shiftaan Badhaadhina mana jireenyaa isitti itti seenuun fuutee Buufata Poolisii Magaalaa Hasaasaatti Hiiteerti.
 
 
Oda Labsi Fajji and 9 others
Mohammed Hassen Wako


Akkuma Amaleeffatte OBN Fiilmii Dookimantarii Tibba Kana Waraabaa Turte
Tibba kana holola qaaamota Shan (5) irratti dalaguuf OBN Oromiyaa godinoota adda addaa deemtee fiilmii dookimantarii tokko dalaguuf viidiyoo waraabbataa turteetti.
Qaamonni isheen irratti hojjettu kunis:-
1. ABO
2. tplf
3. kfo
4. Jawaar Siraaj Mohammad, Baqqalee Garbaa gi garee isaanii
5. omn
Fiilmiin dookumamtarii kun waraabamee dhumee dabarsuu irratti pp’n waliif hin galiin akka jirtu himama.