The two regimes: This is the face of new Ethiopia that Abiy named Medemer!!

Above Single Post

The two regimes:This is the face of new Ethiopia that Abiy named Medemer!!
1. TPLF – – – left
2. Prosperity Party (Abiy Ahimed) – – – right. It is disturbing and annoying to see these two pictures.

#By Solomon Ungashe!

Kakuu, the young boy you see on the attached photograph was shot by Ethiopian soldiers commanded by Nobel Laureate Abiy Ahmed while his father was taking him from Gidami to Naqamtee for summer school. His father was also wounded. The two spent months in a Hospital in Finfinnee and were released recently. Kaku and his father are permanently disabled. The family is mourning like many others across Oromia while Abiy Ahmed and his supporters are busy enjoying their victory. This is the face of new Ethiopia that Abiy named Medemer. We will send this photograph to the Nobel Committee and international human rights organizations and we will be seeking the support of all who care about human rights.


#Odeessa Yaaddessaa fi Ulfaataa!

Waa’ee Barsiisaa, Barreessaa, Gaaxexeessaa, Aktiivistii fi Qondaala ABO Yaasoo Kabbabaa Hordofaa!

Odeessa keessa beektotaan mana hidhaa Yaasoon keessatti hidhame keessaa Guyyaa Kaleessaa Muddee 12,2019 na dhaqqabeen Yaasoon dararaa fi hararaafama irra gahaa jiruun miidhaa olaanaa sadarkaa lubbuu isaatiif yaaddessaa ta’e keessara.

Akka oduun keessa beektota irraa na dhaqqabe ifa taasisutti Yaasoon Torcharii maqaan isaallee dhahamuuf namatti ulfaatutuu irratti raawwatamaa jira. Yaasoon hidhamuu fi dararamuu kanaaf kan isa dhaqqabsiise yakka addaa hojjatee osoo hin taane Oromoo ta’ee dhimma Oromoo fi Oromummaa irratti Sabboonummaa qabuun cichoomina horatee Saba isaa cinaa dhaabbachuu duwwaa dha.

waan ta’eef, Ummanni Oromoo bal’aan keessaa fi alaan jirtan Yaasoo Kabbabaa Hordofaa Sagalee dhabee diinaan roorrifaamaa jiruuf Sagalee haa taanuun dhaamsa yerooti.

Mohammed Hassen Wako

Below Single Post