The people of Oromia/Ethiopia is leaderless.The TPLF tyrannical regime must go!

The people of Oromia/Ethiopia is leaderless.The TPLF tyrannical regime must go! Leaders of the people are in  prisons in hundreds and thousands. The TPLF mafia regime is clinging on power for decades using its gun against the will of the peoples. People are tiered of the TPLF’s terrorist regime.

“Gabaasaqeerroo” Laga Xafoo Guyyaa haraa qeerroof ummanni mormii cimaa geggeessa jira. Karaan laga Xafoo hama laga daadhiiti cufaamee jira.


Harahomsi opdon faarsu kana kunoo qabsoon addan cituu hin qabu ilmaan oromoo garittuu miidhamaa waan jiraniif


Dr. Abiyyi ibsa har’a kenne keessatti yoo xiqqaate waa’ee Ummata Oromoo bakka buqqa’ee beelaa fi dheebuun osoo miidhamaa jirutti raayyaan ittisa biyyaa itti dhukaasuun lubbu hedduu galaafatee kaan mammadeesse ni dubbata jedhee osoo eegu waa’ee tokkummaa fi diinagdee nutti himee callise.

1ffaa.. waa’ee tokkummaa daa’imni Oromoo waggaa 5 sirriiti beeka. Baruumsa hin barbaachisu.

2ffaa. Diinagdee biyyattii kan qabatee jiru woyyaane malee Oromoo miti.

Ibsa akkasii Dr. Abiyyi irraa hin eegne.


#LagaXaafoo#LagaDaadhii
“Dhaadnonolee Qeerroon dhageessisaa oolan:
1. Haayyooni Oromoo, beektoonni, qabsaa’onni hiidhaaman gadi lakkifamu qabu.
2. Daangaan Oromoo kabaajamu qaba.
3. Oromiyaan ta’an oromooti
4.Alaagaa nu bulchuu hin qabu.
4. Ajeechan Qeerroo oromoo dhabbaachuu qaba.
5. Oromoon ni bilisoomti.”


OromoRevolution Magaalaa Finfinnee!!

gabaasaqeerroo

“Finfinnee naannoo Jamoo Gamtaa Afarikatti Buufanni Fayyaa ganda 11 itti argamu yeroo ammaa gubachaa jira.


#Baakkoo/Godina Shawaa Lixaa Mormii cimaatu gaggeeffamaa jira.Polisoonni Oromiyaa uummatarra akka miidhaan hingeenyeef gumaacha gochaa jiraniif galata guddaa qabu.Walhibannaan Qeerroo fi Polisoota Oromiyaa gidduu jiru bonsaadha jedhameera.Qabsoon itti fufa!!!”


“Better to die fighting for freedom than be a prisoner all the days of your life.” 
― Bob Marley
OPDO👎👎👎👎

1 Comment

  1. Long live qeerroo heroes…..new leaders are born for great nation of Oromia
    An exciting time for oppressed nations in East African
    Apartheid TPLF minority settelers in FINNFINNE will be distroyed soon inshaALLAAH
    Go qeerroo Go and may ALLAAH bless U Amin

Comments are closed.