The morons in the garrison city of ”Addis Ababa” believe, after they ”crush” Tigray and Oromo opposition, they can have the ”multi party democracy” they want.

The morons in the garrison city of ”Addis Ababa” believe, after they ”crush” Tigray and Oromo opposition, they can have the ”multi party democracy” they want.
 
According to their calculation, the spectrum will be wide enough to accommodate ”everyone”, from ‘left wing Ethiopianists’ such as the ”social justice” party called Ezema to ‘moderate right wing Ethiopianist’ Prosperity party to ‘right wing Ethiopiaists’ such as the Amhara party ABN.
 
They dream, and you can’t stop them from dreaming. They will wakeup and it will be nightmare. Their Naftenga/Neonaftenga empire will soon collapse, all nation states will declare their independence. This evil empire called Ethiopia will be destroyed, oppressed people will be free.

Biyya Oromiyaa


ሺህ ግዜ ብትጋጋጡ፣ ብትላላጡ የኦሮሞ ምድር ላይ ቦታም አይኖራቹም።
እኛን ጠልታቹ መሬታችን ላይ ረግታቹ ለመኖር አታስቡ።


Nafxanyaan Paartiin ABIN fi Balderas akkanatti alaabaa Minilik qabattee Finfinnee keessatti dhiichisaa jirti. Jaarmayooleen Siyaasaa Oromoo waajjiraaleen isaani cufamee, hogganootin isaanii hidhamanii filannoo irra ugguramanii jiru. Dabalatanis Ilmaan Oromoo 30,000 oliitu mana hidhaa jira. Mee kun maal jechuudha?

 


Gaafilee FinFinne wajjiin walqabatan deebisuu dhiisaati FinFinneen mataa isiitu gurguramte. Kanaaf FinFinne Nagaan Boqadhu jennaan. Yaa FinFinne Kan garaaf Sigurgure namootuma naannawe keeti Ati biqilchite. Akka Oromotti Hundinu si qabsaawaan, si wareegaman.. Wareegamaa jiruus. Garu Namootuma Abbaafi Akaakayyoo kee Lafa irra buqqiisanii hiyyoomsaniif kan deebi’ee si gurgure Ilmaanuma kee kan garaaf Bolalaniidha. Nagaan Boqadhu FinFinne


Breaking news!!
Bulchinsi President

Joe Biden

dhimma Itoophiyaa irratti ibsa baaseen akka ibsetti;

~ Sarbaminsa Mirga dhala namaa Itoophiyaa keessatti ta’aa jiruuf….
~ Ajjeechaa Jumlaa Oromiyaa, Tigraay keessatti ummata nagaa irratti raawwatameef….
~ Ajjeechaa Waraanni Eertiraafi Itoophiyaan ummata nagaa Itoophiyaa irratti raawwatameef kan itti gaafatamu Abiyyi Ahimed akka ta’e jala muree Ibdeetti Jira. USAn yeroo Itoophiyaa keessatti taateen gara jabummaa kun raawwatu Filannoo irra waan turteef jecha xiyyeeffannoo keenya Filannoo irratti ture malee, Amma garuu waan raawwatame hundaaf Abiyyi Ahimed akka seera Idil-Addunyaa (International low) akka itti gaafatamu cimsinee hojjanna jachuun addeessaniiru!! Yakkamaan Yakkamaadha!! Bulchinsi President Joe Biden qoosaa hin beeku Abiyyi waan hojjate hunda Seeraan gaafatamuuf deema…!!..
 
 
 
 
 
 

1 Comment

  1. ከኛ ሌላ የተማረ አዋቂ ላሳር አትበሉኝና

    ከቅኝ ተገዢነት ያውም ከግፈኛዋ አቢሲኒያን ቅኝ አገዛዝ በትጥቅ ትግል ሣይሆን በጾም በፀሎት በልመና በአቢሲኒያ ፍርድ ቤት እሰጥ አገባ ክርክር መፍታት ይሻላል ማለት ከአንድ በቅኝ ግዛት ባርነት ከሚማቅቅ ኦሮሞ አይጠበቅም። ስሆነም ውድ ወገኖቼ ድብብቆሹን ትተን በወቦ ታጋዳዮች በሚመራ የፀረ-ቅኝ ተገዢነት ትጥቅ ትግላችን ይበልጥ ተፋፍሞ እንዲይቀጥል የዜግነት ግዴታችንን እንወጣ። ሃይሌ ፊዳን ኢትዮጵያ አገሬ ሲል እንደ እባብ ቀጥቅጣ የገደለች፥ ዜግነቴ ኢትዮጵያዊ ብሎ እንዳትደማ እንዳትቆስል ትጥቅ ቀርቶ ቀበቶ እየዞረ ያስፈታላትን ጀዋር መሐመድን አስራ የምታማቅቅ፥ ቅኝ የምትገዛን አገር አገራችን አይደለም። አገራችን ኦሮሚያ ነች። ለኦሮሚያ ነፃነት ሣናመነታ እንታገል።

Comments are closed.