The liberation of Oromia! OLF together with strong army organizing..

The liberation of Oromia OLF together with strong army organizing the different ethnic groups!!

The liberation of Oromia OLF together with strong army organizing the different ethnic groups can’t predict the situation of Ethiopia. The situation of Ethiopia hasn’t reached a point yet.

Obboo Araarsoo Biqilaa Ajaja Abiy Ahmadiin jaarsummaa Gara Miseensoota partilee Olaanoo Oromoo Nama 4tti Ergamuus Qaanfachisaanii Ufira deebisanii jiraachun Ibsame,
Akuma yaadattan Obboo Araarsoo Biqilaa Worroota ABOtti Gufuu ta’an keessa Isa hangafaati,
Guyyootan darban kana Jaarsummaa Qabatee gara mana Sirreessaa dedeebi’aa ture,
Haa ta’uu malee Jaarsummaan isaa Fiixan bahuu dhabuun Qondaaltoota PP mufii guddaa irratti uumsisee jira,
Worrootni Inni jaarsummaa itti ergame
1ffa Gamachuu Ayyaana
2ffaa Dajanee Xaafaa fi nama lamaa maqaan isaani kan Adda nuuf hin baafafne yommuu ta’u,
Sababni jaarsummaa kanaa mal Akka ta’e nuuf ifa bahuu baatus PP irraa itti ergamuun isaa ifa bahaadha,

“ህዝቦች በርሀብ በሚያልቁበት ሀገር በርሀብ አድማ የሚደነግጥ መንግስት የለም” አቶ ሌንጮ ለታ The Betty Show

ODUU Hatattama WBO Warana Abiy 200 ol barbadese guyya arra tplf Nafxanya barbadesuf |Moha Oromo

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.