The Honorable Chairman of the OLF, Obbo Dawud Ibsa is safe.

The Honorable Chairman of the OLF, Obbo Dawud Ibsa is safe.
 
However, several Oromo seniors who were attending the Chairman’s Medio briefing are still inside residential compound.
Obbo Dawud’s residence has NOT been searched, but there is police presence in the vicinity.
About 6 journalists have been taken to a police station.
 
God Bless you all.


Manni HD ABO jaal Daawud Ibsaa waraana mootummaan marfamee jira. Keessummoonni ammoo irbaata isaanii nyaataa jiran.
 

HUMAN RIGH VIOLATION AND POLITICAL INSTIBLITY IN ETHIOPIA


Sagantaa qophii deemsa hojii isaanii irratti ibsa kennaa kan turan ummataaf waldaan wal gargaarsa Oromoo(ORA) bakkuma ummataaf ibsa kennaa jiranitti magaalaa Sabbataatti galaalchessitoota ONN afur waliin ugguramii jiru.
Namoota Qabamanii hidhaman keessaa :
1. I/G dhimma Waldaa Gargaarsa Oromoo ORA (Oromo Relief Assosation)
Obbo Dachaasaa Nigaatuu
2. Obbo Jaallataa Abdiisaa Hojjetaa ORA kan taheef
3, Shamarree Yeroosan Takkalaa waliin galaalchessitootni ONN afur qabamanii hanga ammaatti magaalaa Sabbataattii hidhamanii jiru.
 


Namoota har’a mana jireenyaa HD ABO jaal Daawud Ibsaatii qabamanii hidhaman keessaa #Rayyaa_Studio isa tokkodha.
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.