The Final Desperate Nafxanyaa Wants take back Power by force!!

Above Single Post

The Final Desperate Nafxanyaa Wants take back Power by force!!

Jarri nafxanyaa Facebook Jawar Mohammed akka cufamuuf wajjira fb duratti hiriira baate miiraan deemaa jiran malee odeeffannoo imaammata fb quba hin qaban. Namni hiriira itti baheef fb namaa hin cufan. Waan immaammata isaanii cabsu isaanuu hiriira hin eegan. Ummata bilyoona 2.4 tu fayyadama. Kana keessaa warri fb namaa cufsiisuuf barbaadu mootummoota dabalatee hedduutu jira. Garuu fb hin hayyamne. Silaa namuu hiriira bahee kan cufsiisu tahee dhaabbatni fb amantii dhaba. Loogii malee hojjadha kan jedhu sobsiisa. Adeemsi akkasiis fb dhaaf waan hin tolleef hin godhan. Osoo haalli sun danda’ma tahee Wayyaaneen baduu irra waan qabdu fb kennitee Jawar irraa cufsiifti. Garuu balbala santu cufaadha. Warri hiriira bahe kun akkanumaan yeroo isaanii gubaa jiru!

Ferhan Abdulselam

Ethiopia: ጃዋር እና ህወሓት: ከክህደት የመነጨ የባላንጣዎቹ ፍቅር! | TPLF & Jawar Mohammed | Oromo


Mesay Mekonnen on General Kemal Gelchu የብ/ጀነራል ከማል ገልቹ ምስጢሮች | ODP | OLF | Ethiopia | Eritrea

Ethiopia: new information about jawar mohammed – Ethiopian news

የጉድ አገር ገና ብዙ ያሰማናል
ከዚያስ ቀጥሎ ወደት ነው ቢጫ የለበ ሁሉ ገዳም የምኖር መስለኝ ታድያ ምን ይደርግል አሜሪካ ወይስ የነሱ ነገር አይታወቅም አሜሪካን ገዳም አደረጉት

Divider. Divider. Divider


Dhugaan Afaan qaban funyaanin dubbatti jedhamaa mitiiree
“Biyyattiin tun Rakkoo amma keessa seente kana keessa bahuuf nama akka Jawar kana nubarbaachisaa.
Jawaar himata irratti banna jennee Embassy America dura dhaabbatun hin dalagu.Ameerikaan Jawaar hanga nuti isaa beeknu olitti beekan.Addunyaan Jawaar nama cima siyaasaa biyyatti keessatti dhiibbaa nama fiduu danda’uufi fide jechuun isa duuka dhaabbatan.
Miidiyaalee gugurdoo gubballee isaanumatu jira kan akka Mohammed Ademo fa’a”
Jedhee Ragaa bahe Sisay Agna


As people, all Oromos faced the imminent destruction of their way of life over the last 150 years. However, the level of atrocities the Naftengas and Abyssinians caused to the psyche of our people in Shoa and Arsi is so extreme that it might need special consideration even within Oromo society.


Manni isin gartan kuni Mana obboleytii tenya Haadha Hiyyeessaa tan yeroo hunda Rakkattaa biyya kessaa fi Alaa waan qabduun gargaartu, Magaalaa Dirre Dhawaa, ganda Saaphiyaan, Masqalanyaa ja’amu kessatti, guyyaa Qeerroon Hiriira nagayaa mormii isaanii dhageeysisuuf guutuu Oromiyaa kessatti bahan booda halkan isaa sa’aa 6ha booda ilmaan Ibliis Mana obboleytii kenyaa kana manni kuni mana Jawar Mohammed jechuun dhagaan Muraayaa Manaaa guutuutti cabsan. San qofaan miti Ibbiddaanis gubuuf yaalii guddaa godhan hin milkooyne malee. Baga Rabbiin obboleytii tenya nuuf baase, Rabbiin adduwwii kenya irra nu haa aansu.

Below Single Post

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.