The crazy Abiy Ahmed’s government is serving the Neftgnas ! Master plana Qeerroon Oromoo dhiigan hambise akka taphaatti kan caalu dhufe!

The crazy Abiy Ahmed’s government is serving the Neftgnas ! Master plana Qeerroon Oromoo dhiigan hambise akka taphaatti kan caalu dhufe!

Muummichi ministeeraa aangoo lafa Oromiyaa misoomaaf kennuu hin qabu; unitary godhe dubbii.
Magaala haaraa Amaaraaf ijaaruuf deema.
Master plan dhiigan hambise Oromoon, akka taphaatti kan caalu dhufe.
” Loltuun Eertiraa fi poolisii humna addaa Amaaraa atattamaan Tigiraay keessa ba’uu qabuu.” Jaal Biden 🇱🇷
“Aabbee, kottu biyyaa dhiifnee badnaa!”.
አሸባሪው ወያኔ በባዶ አይደለም የኢትዮጵያን መንግሥት ዲፕሎማሲ ቅርቃር ውስጥ ከቶ እያስጨነቀ ያለው። አሸባሪው ድርጅት በውጭ በደጋፊዎቹ በኩል በመደራጀት አንድ ሳንቲምም ብትሆን እያዋጡ ዓለማውን እያሳካ ነው። በባዶ መጎረር ሆነ መቦልሸት ለብልጽግናና ለደጋፊዎቹ አይጠቅምም። ሀገራችንን ከከፍታ አወረዳችኋት። pay to play!!!!
“Afaanii ba’ee goftaa namaa ta’a jedha Oromoon” teenye laallaka! Nagaatti bulaa!!

Prof Mararaa kana dura “nageenyi haaraawa akka dhufufi filannooti osoo hin seenini duraa marii biyoollessaa taasifamu qaba” jedhani gorsaa turan. Warri ofii hin beekne kan namni itti hime hin dhagenyee sana didaani amma kuno biyya biyyaa kolfaa godhani‼️

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.