The Beauty of Oromo Nation. Irreecha2021. Washington DC

 

The Beauty of Oromo Nation. Irreecha2021. Washington DC

Jaallatus jibbitus jaal marroo jalaati ni bulta dhaggeeffadhaa”qeerroo kaarrayyuu””

“Duula Twitter boru akka biyyaatti galgala saa’aa 11’tti eegala. Gaafiilee Qeerroon Irreecha irratti gaafataa ture xiyyeeffannoo miidiyaalee addunyaa kan argatee gabaafamaa jiru yoo tahu, mootummootni dhihaatis caalaatti akka hubatanii Oromoo deeggaran gadi jabeessinee duula Twitter kana geggeessuun gaafachuuf kan yaadamedha. Duulli kun yeroo kanatti barbaachisaa ta’uu hubattanii saa’aa jedhame irratti akka hirmaattan Oromoon waamicha waliif haa goonu. Karaa hundaan sochii irratti hirmaachuu dandeenyu godhuun bilisummaa keenyaaf qooda nurraa eeggamu haa gumaachinu!”

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.