Fiigicha Maraatoonii Winnipeg, Kanaadaatti godhame irratti Atileet Tarreessaa Fakansaa fi hawaasa Oromoo

Fiigicha Maraatoonii Winnipeg, Kanaadaatti godhame irratti Atileet Tarreessaa Fakansaa fi hawaasa Oromoo

Waxabajjii 19/2018 Magaalaa Ambootti Simannaan Addaa Gootota Oromoo dhiyeenya Mana Hidhaa Wayyaanee irraa hiikkamaniif godhama jira. Ammaa Goototni Oromoo Magaalaa Amboo Seenaanii Uummata isaaniifi Qeerroo Dargaggoota Oromoon Simannaan addaa godhamaafi jira. Gabaasa dabalataan walitti deebina!!