Tarkaanfii WBOn Konyaa Gujii bahaa, bakkeewwan adda addaa keessatti

BBC News Afaan Oromo today Monday|June 01 2020|Oduu Afaan Oromoo Wixataa|

Tarkaanfii WBOn Konyaa Gujii bahaa, bakkeewwan adda addaa keessatti Loltoota MKII irratti tibbana fudhate | Kibba Oromiyaa, Konyaa Booranaa fi Konyaalee Gujii lamaan keessatti, saamichi qabeenyaa, hidhaa fi dararaan Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan Uummata Oromoo irratti raawwatamu daran hammaatee jiraachuu | RSWO – Caamsaa 31, 2020

HIREE OROMIYAA fi IMPAAYERA ITOOPHIYAA: Marii Obbo Moosisaa Oosaa waliin taasifame | RSWO