Tarkaanfii WBO tii fi Injifannoon TPLF Bilxiginnaa yaaddeessa dhufu

Oduu Hagayya 07,2021- Tarkaanfii WBO tii fi Injifannoon TPLF Bilxiginnaa yaaddeessa dhufu

ODUU SIMBIRTUU – INJIFANOO WBO lixaa fi lixa shaggar oduu  guyyaa hara’a Afaan Oromoo GAMTAA MEDIA

OMN Horn: Oduu HAGAYYA 6, 2021

Haleellaan WBO Cime. Duulli Gara Magaala Jalqabe


Araara amma TPLF fi Abiy Ahmed gidduutti gaggeeffamuuf deema jadhamee hafarfamaa jiru kana guyyaa lama duraan isiniif maxxansee ture…!!
 
Itoophiyaa keessatti mariin furmaata fiduu danda’u araara biyyooleessa kan hidhamtoota Siyaasaa Oromoo Qaallittii jiran dabalatee warra bosona jiraniis dabalatee gaggeeffamu yoo gaggeeffamee mootummaan waloo (Cee’umsaa) hunda hirmaachise yoo hundaa’e qofa nageenya waaraa Itoophiyaa keessatti fiduu danda’a! Kanaan ala dubbiin amma maqaa araara gartokkee qofaan deemaa jiru yoo yeroo gubuu taate malee nageenya waaraa Itoophiyaa keessatti hin fidu! Inumaa gara jeequmsa wal xaxaatti geessuu danda’a! Biyyattiis diiguu danda’a..!!