Tarkaanfii Waraana Bilisummaa Oromoo kan sadaasa

Tarkaanfii Waraana Bilisummaa Oromoo kan sadaasa 3/2020 ti. Jaal Galmoo, jaal Mancaasii fi jaal Leencoon kan isiniif darbarsan caqasaa. WBO n diina kukuffisaa jira.

KAAYYOO LIVE :Qophii Addaa dhimma hidhamuu obboo Alamaayyoo Diiroo fi obbo Dhaqabaa Waariyoo dabalatee ukmafamuu hidhamtoota Oromoo 16 ilalchisee qophaa’e