Tarkaanfii QBO – Ergamtoota diinaa irratti, Magaalaa Amboo keessatti
Tarkaanfiin Qeerroo Bilisummaa Oromoon, ergamtoota diinaa irratti fudhatamu, Magaalaa Amboo fi Magaalota Lixa Shaggar adda addaa keessatti jabaatee itti-fufee jiraachuu | Oromootni danuun, hidhaa fi dararaa hamaa Konyaa Matakkal keessatti, Poolisoota Mootummaa Naannoo Beenishaangul Gumuzii fi Loltoota MKII’n, isaan irratti raawwatamaa jiru jalaa gara bosonaatti dheessaa jiraachuu
#RSWO – Fuulbana 10, 2020
Qophii Kamisaa. #VOAAfaanOromoo
OROMO Entertainment