Tan Oromoo adduma! Irreecha… Godina Kaaba Shaggar (Salaalee)

Tan Oromoo adduma! Irreecha… Godina Kaaba Shaggar (Salaalee)

Irreecha…
Godina Kaaba Shaggar (Salaalee) kootan ala deemuun dhorkaa dha. Waraqaa darbiinsa galmeessee kan kennu Caasaa pp qofa. Sabboontonni Kuyyuu, Qarree Gohaa, Fittaal,Sirxii fi Muka Xurrii deemuuf qopha’aan ittifamaa jiru. Irreecha kan hirmaatu miseensa fi deeggartoota pp ti. Kun duudhaa Irreechaan faallaa dha. Waaqeffattoota Malkaa irraa ittisanii, Irreechi gaggeeffamu abaarsa ta’a. Fakkeessuuf yoo ta’e malee kijiba. Shirtuu fi diqaalan duudhaan hin ilaallanne Malkaa buutee cubbuu malee Eebbi fudhattee galtu hin jiru. Irreechi dhugaa dha. Dhugaan immoo ilmoo Waaqati. Dhugaa dabsitee faloon Waaqa biraa argattu hin jiru. Dhugaan Abbaa Dhugaaf Ni Turti Malee Ni Galti. Jabaan Waaqa!


Ethiopian Oromo music – Lalisee Darribee – Waaqa uumaa – Official video 2014/2021

Dogommmii Miss Oromia Truism Halimaa Abdushakuur Injifachuu fi Aayyoo Guddattunis Badhaasa Fudhachuu

Amazing worship 💥💥💥 Oromoo Borana  ❤️

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.