Dhaabbatni Raadiyoo fi Televiiziyoona Itiyoophiyaa Tamsaasa Afaan Oromoo Jalqabuufi

Dhaabbatni Raadiyoo fi Televiiziyoona Itiyoophiyaa- kan waggoota kudhanii ol addaan kutee ture – tamsaasa isaa ka televiiziyoonaa Afaan Oromoo akka bar-lakkoobsa Itiyoophiyaatti waggaa haaraatti eegaluuf har’a qophii baninsaa geggeessee jira.
https://bit.ly/2oHTrFe
Muktaar Jamaal tu Finfinnnee irraa gabaase