Suurri kun waan baay’ee ibsa!!

Suurri kun waan baay’ee ibsa

1) Gootummaa dubartoota Oromoo
2) Hidhamtoota siyaasaa hiiksisuu
3) Tokkummaa Oromoo (walqixxummaa amantaa) calaqqisiisuu. Shira bilxiginnaan Oromoo kibba bahaa irratti ‘tsinfenyaa muslim’ jettee addunyaatti agarsiisuuf ooftu harkatti busheesse.
4) Ijaarsa jabduu dubartoonni Oromoo qaban
5) Hawwii fi cicha bilisummaaf qaban

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 


This is the response for peacefully protesting in Ethiopia!


“Ajjeesun moohamuudha jechaa daa’ima,abbootii amantaa, manguddoo,haadholii ulfaa ajjeesun nurraa haa dhaabbatu”
Dhaadannoo hiriira mormii Qarree Miicataa keessaa
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 

Qabsoon Qarree Mootummaa Nafxanyaa itti Mudda jiraachuu Ragaan kunooti. Kokkee qabdii gad hin lakkisin qarree.
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 

Maanguddoon kun Muummayyee Muummad jedhama.
Harargee Lixaa aanaa Gubbaa Qorichaatti waraana mootummaatiin tumamee miidhaan irra gahee jira.
 
 
 

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.