Suurota Garaa nama nyaatan: OROMUMMAAūüíĖ¬†kophaa taanus yaadaan lammii keenya waliin jechaa jiru

Suurota Garaa nama nyaatan: OROMUMMAAūüíĖ¬†kophaa taanus yaadaan lammii keenya waliin jechaa jiru

Harsoo fooqa kormatittis milkiin qajeelte
Irreecha tokkummaa keenya gabbiseefi duudhaa qajeeltuu nu hambise irreeffannee galaa jirra . Waa marri nagaa milkiin tun nurra bubbultu.

Yomif Worku Geleto

Kenya :Proudly delegates from Different Kenya county greatly attend Irrecha,@Finfinnee,The capital of the country with their extended families from across Oromia…¬†#Cheers!


Suurota Garaa nama nyaatanūüėĘ
OROMUMMAAūüíĖ¬†kophaa taanus yaadaan lammii keenya waliin jechaa jiruūüė欆Lushee¬†abshir

Irreecha Hora Harsadii amma haala gaariin kabajama ajira; Sirni Irreeffannaa suuraaleen wayita ibsam

Irreechi Hora Harsadii haala bareedaafi hawwataa ta’een kabajamaa jiru suuraan wayita ibsamu.