Support Children in Bale. Building Bidire Hostel. June 29 @ Brian Coyle Center
Kadiro Elemo
Obbo Shimalis Abdisaa Godiina Baalee Dawwatan
Faayilii – Obbo Shimalis Abdisaa
WAASHINGITAN, DIISII(voaafaanoromoo)— — Itti aanaa prezidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimalis Abdisaa godina Baalee keessatti uummata waliin marii gaggeessanii jiru.
Laga Yaadoo fi Walmar irraa hojii jallisii baasii qarshii Miliyoona tokko baasisuu akka gaggeeffamuuf jalqabsiisan.Hojiin kun waggaa lama ykn sadii keessatti yoo xumuramee Baalee fi olloota akka Barraaqii fi Dalloo Mannaa akkasumas baadiyyaa hedduun faayidaa keessaa akka argatan ibsamee jira.
Related