If sudden death deserves a memorial monument! What about IrreechaMassacre ?




If sudden death deserves a memorial monument! What about IrreechaaMassacre of 2016 in Bishoftu?

Barreeffami asirratti barraa’ees itti yaadamee luubbuu Oromoota wareegamanii irratti qoosuuf kan barreessamedha.

Kan nama dhibu Obbo Lammaa Magarsaa Siidaa kana eebbisiisuu isaa gaafan yaadu, barreeffama kana gaafuma eebbaa kana argemoo durumaa maaltu akka irratti barreeffamu beeka ture gaaffii jedhutu natti dhufe.

Waanfedheefuu, namicha kana dubbiin asiif achii kun mataa joonjesseeran jedha. Namni sammuun hojjatu dogoggora akkasii hin hojjatu.

Ofitti qaana’uu qaba.

Akka Biruk Michael jedhe, barreeffama kana atattamaan haqanii hin sirreessan taanaan yoo qeerroon Bishooftuu jigsuu baate irreecha bara itti aanuu kana hindarbu umuriin isaa.

Warra qaanii hin beekne.



Eebbi Barattoota Yunvarsiitii Rifti Vaalii Kanpaasii Harar Haala Kanaan ture sagantaa hedduu hawwataa taheen kan Eebbise artistii hedduu jaallatamaa dargaggoo Keekiyaa “Seenaatu Seenaa Barreessa Yaa Lammiikoo Wal-Jajjabeessaa!!!” Jechuudhaan Yeroo Weellisu!!!