Stop Genocide in Ethiopia/Oromia!!!!!

Oromiyaa keessatti kaleessaa fi har’a(sadaasa 20 fi 21/2020) namootni nagaan waraana human addaa Oromiyaa jedhamaniin ajjeefaman kanneen maqaa fi bakka isaanii arganne namootni 7 yakka sukkaneessaan ajjeefaman kunooti.
1, Asaffaa Kushii Salaalee Darraatti sadaasa 20/2020 mana hidhaarraa baafamee ajjeefamee gatame
2, Geetuu Jireenyaa K/lixaa Ammayyaatti sadaasa 20/2020 mana hidhaarraa baafamee ajjeefamee gatame.
3, Biraanuu Gabayyoo H/G/Wallaggaa Saqalaa sadaasa 20/2020 manaa fudhatamee ajjeefamee gatame.
4, Gaaddisaa Alamaayyoo H/G/wallagaga saqalaa sadaasa 20/2020 manaa fudhatamee ajjeefamee gatame.
5, Barsiisaa Kitilaa Guddataa H/G/wallaggaa Saqalaa sadaasa 20/2020 manaa fudhatamee ajjeefamee gatame.
6, Kadir Abdullah Harargee Qobbootti sadaasa 21/2020 daandii irratti ajjeefamee gatame
7, Maftuu Yusuuf Harargee Dirree Xiyyaaraa sadaasa 21/2020 mana isaa duratti ajjeesanii gatan
Ilmaan Oromoo Oromummaa isaaniif qofa yakka tokko malee ilaalcha sabboonumaa isaaniin wareegamaa jiru.

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.