Garee Daandii Bosontuu galatoomaa Afaan Oromoo Kenya irraa dabarsuu jechuun aadaa Oromoo fi Gadaa daranuu guddisu jechuudha, akkuma beekamutti Afaan Oromoo akkaa afaan saba guddaa tokkoti gudatee ykn babalatee hin turre, garuu yaroo ammaa haallii yaroo dirqama akka babalatu godhee jiraa. jabaadhaa umrii rabbiin isiniif haa kennu.