Standwithmiessoo warri biyyatti bulchu akkana jedhu Waan miessoo

Standwithmiessoo warri biyyatti bulchu akkana jedhu Waan miessoo. Garuu sabaa himaalee irraa ibsa kennumoo waraana qabaniin ummata Oromoo harka qullaa jiru irraa ittisuutu dursuu malee? Shame on OPDO


Kora sabaa 4ffaa xumuramee booda Imaala karaa dheeraa gochuun jiilli biyya alaa irraa deeme ammi tokko gara dawwannaa WBO mooraa leenjii keessatti argamu godhe keessaa amma tokko . Hub : video kana buusuun hin maxxansiinaa asummrraa waliif qoodaa “share” godhaa.