SQBO: Eebla15,2019- Uummatni Oromoo Waajjira ABO

SQBO (Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo )Eebla 15,2019- Uummatni Oromoo Waajjira ABO Gullalleetti Guyyaa Kaleessaa Sagantaa Dungoo qabsiisuu jala Bultii Guyyaa Gootota Oromoo Eebla 15 bifa ho’aan gaggeessan. | Guyyaa kaleessaa Waraan Bilisummaa Oromoo WBO mooraa Xoollaay jiraniif qaamni mootummaa summii laate. | Guyyaan Wareegamtoota Gootota Oromoo ‘Australia – Melbourne’ keessatti haala ho’aa ta’een Eebila 14/2019 kabajamee jira. | “Miidhaan Har’a Miseensota WBO Mooraa Xoollaay Jiran Mudate Maalummaan Isaa Qoratamee ABO fi Ummata Oromoof Ibsamuu Qaba!” Jedha ABO’n ibsa Ebla 14, 2019 baaseen | “…Hogganoota qabsoo Adda Bilisummaa Oromoo erga Shinniigaatti dhimanii Hayyuu booda WBO’n hoggana of keessaa baafachuudhaan seenaa boonsaa hojjete. Har’as hogganoota dhaabichaa utuu fixaniiyyuu qabsoon Bilisummaa Oromoo uummata miliyoonaa fi Qeerroo miliyoona harka waan jiruuf miseensota ABO keessaa hoggana baafatee itti fufa! Kana hubachuudhaan gaaffii uummataa dhaggeeffachuu isaanii wayya” jedhan Hayyu Dureen ABO Jaal Daawud Ibsaa haasaa guyyaa kaleessaa Eebla 14,2019 Waajjira ABO Gullaalleetti taasisa
Oromia News Network – ONN 

Oromoon Galaana, WBOn qurxummii Galaana keessati, Qurxummii galaana keessa ammoo balleessuun hin danda’amu.
Jaal. Marroo Kumsaa

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.