SQ: Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Hagayya 17, 2017

SQ: Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Hagayya 17, 2017

RSWO – Hagayya 17, 2017 ODUU, QOPHII ADDAA FI SHAAMSA RSWO DHAGEEFFADHAA

– Shawaa lixaa magaalootaa fi gandoota baayyee keessaa dargaggoonni Oromoo fuudhamanii achi buutee dhabamsiifamuu,
– Sababa weerara liyyuu poolisiin Harargee Bahaa Aanaa Gursum araddoota 6 ol saamamuu fi manguddoonni iyyataafa gara Finfinnee imaluu,
– Ilmaan oromoo gara buufata xayyaaraa Booleetti hayyamni imalaa laatamuuf diduu,
– Torbaan dhufu gaafa guyyaa Wiixataa fi Kibxataa diddaa lagannaa gabaan wal qabatee hiriirri guutuu Oromiyaatti kan gaggeeffamu tahuu qeerroon yaamicha dhiheessuu,

– QOPHII ADDAA:- Gaafii fi deebii manguddoota Harargee Bahaa Aanaa Gursum irraa dubbifne irratti xiyyeeffata,
– DHAAMSA RSWO:- Haala qabsoo oromoo irratti kan xiyyeeffatu