Gabaasaqeerroo: “Sochiin kammiyuu Gujii kessaatti dhaabbatee jira.Gara Gujii Seenus ta’ee bahuuf asin booda hin dandaa’amu“
MIDROC miidhaa warshaan Lagadambii jiraatotarraan geessise haale https://t.co/kwqhXCQrqh pic.twitter.com/lw9UXPMCVV
— Kichuu (@kichuu24) April 29, 2018
(SBO/VOL Caamsa 1/2018) Sochii Warraaqsa FXG Gootota Qeerroo Barattoota Oromoo Yuunibarsiitii Wallaagaatiin itti fufuun fininaa jira.