Sirna simannnaa hogganoota ABO QC. Galma Giddugala Aadaa Oromoo, Finfinnee.

Sirna simannnaa hogganoota ABO QC. Galma Giddugala Aadaa Oromoo, Finfinnee.


Sirna simannaa hogganoota ABO QC. Galam Giddugala Aadaa Oromoo


OMN: Oduu Guyyaa Mudde 29, 2018


OBN Muddee 20, 2011 – Miseensonni Adda Bilisummaa Oromoo Ertiraa irraa galanii Kolleejjii Ardaayitaatti leenjii haromsaa fudhataa turan eebbifaman. Carraa hojii mootummaan isaanii mijeessetti fayyadamanii ofii fi uummata isaanii tajajiluuf qophaa’uu leenjifatoonni himaniiru.