Sirna Simannaa ABO Lixa Shaggar Ona Calliyaa Magaalaa Geedootti Gaggeeffamerratti Miseensonni KFO,Obb.Dajanee Xaafaa Fi Obb. Olbaanaa Leellisaas Argamuun

Sirna Simannaa ABO Lixa Shaggar Ona Calliyaa Magaalaa Geedootti Gaggeeffamerratti Miseensonni KFO,Obb.Dajanee Xaafaa Fi Obb. Olbaanaa Leellisaas Argamuun Qeerroon Oromoo Mirga Oromoo Kabachiisuuf Qabsoo Karaa Nagayaa Taasifamu Keessatti Osoo Wal Hin Qoodiin Akka Hojjetu Dhaaman.

Massii Sanyii Fayisa Lelisaa 



Onk. 28/2018
Abbaan #Salihaa Saami
#shek Muhammad Saami ABO hikkachuu hin qabdu hidhachuu qabdi jedhan
Adeeroo kiyya umrii nuuf dheradhuu
yeroo duraa jiila Adda Bilisummaa oromoo waliin Qabrii jal Elemoo Qilxuu Dawwataniiru


Dhiiraf akka dhiiratti himanii awwaalu !
Kuni sirna awwaalcha Abarraa Dhaaba ( Warqii ) bakka dhaloota isaa Aanaa Jalduu magaala Shukuteetti yeroo raawwatudha !

Magarsa Bayisa