Sirna Nafxanyaa Haarawaa fii Siyaasaa Oromoo (Aug 10, 2020)

 Sirna Nafxanyaa Haarawaa fii Siyaasaa Oromoo (Aug 10, 2020)

Dhimmi Lammaa, Xayyibaa, Milkeessaa fi haasawaan Shimallis; dhimma Jaal Abdii, Jaal Mika’el, Jaal Kennasaa, Jaal Kaayyoo, Jaal Aman, Jaal Gammachuu, Jaal Caaltuu, Jaal Yaazoo, Obbo Jawwaar fi Obboo Baqalaa, Obbo Hamzaa fi kkf akkasumas hidhamtoota siyaasaa fi gaaffii bu’uuraa Oromoon qabdu wal cinaa yoo ilaalamu homaa jechuu miti! Jarri dhimma keenya isa bu’uuraa nu dagachiisuuf ajandaa nuuf kennaa jirti! Wal-haa nyaattu maaltu nu dhibe jettee Warraaqsa kee kan ati irratti abbaa taatu irratti of-jabeessuutti fuulleffadhu!

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Hagayya 08,2020 . Qophii Oolmaa WBO keessatti Jaala Gameessa Jaal Bulchaa Sooressaa waliin Gaafii fi Debbii Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Godhan kunoo dhaggeeffadhaa.

Pause
-9:55
Additional Visual Settings
Enter Watch And ScrollClick to enlarge Unmute


Progression of the lunatic Abiy Ahmed Ali.

1) He used Lema Magarsaa to climb to highest level of power in Oromiyaa rapidly.
2) He used unsuspecting Lema, the Oromo people and Qeerroo to climb to the highest federal office.
3) He allied with ANDM and effectively threw out Tigrai from the federation
4) He allied with Jawar and disarm well organized WBO
5) He allied with faction of ODP and destroyed the organisation from inside
6) Paid money he got from Arabs and WB/IMF to buy loyality and installed his puppets in almost all regional states.
7) He allied with urban settlers and Naftenga forces and jailed Jawar and Bekele
8) He is paying and working with former disgruntled members of OLF to destroy the organisation, same will come against OFC.
What is his next move?
1) Crash all self-determination questions in the south, starting from Wolaita
2) Join hands with dictator Isaias and invade to destroy Tigrai and install puppet gov’t or dissolve the entire region.
3) Officially dissolve the federation and constitutional order, split Oromiyaa into many parts, and declare unitary monarchy, him as a king at the helm
4) His final goal will be to invade Eritrea to occupy Assab.
He has been absolutely on point, on his plan and successful so far. And he shows his Nobel Prize as evidence for it.
The only organization smart enough to understand Abiy has been Oromo Liberation Army(OLA) that continued armed struggle and TPLF so far.


WBOn Loltuu Weerartuu Adabuu itti Fufee jira!

Irree fi gaachanni umnata Oromoo WBOn godiina Gujii Bahaa keessa socha’u Hagayya 9, 2020 godiina Gujii Bahaa aanaa sabbaa Boruu ganda Utuluu bakka addaa Haroo Adaamaatti waraana mootunmaa shiftaa itiyoophiyaa ummata Ororomootti roorrisaa jiru, saree of dura oofaa gochaa hammeenyaa raawwaachuuf bobba’ee irratti tarkaanfii laalessaa fudhateen saree 1 isiin deemtuun fi loltuu 4 ajjesee 5 madoo taasiisuu injifannoo Boonsaa galmeesseen diina facaasuu ajajaan dirree kibbaa beeksise.

Guyyaa kaleessaa Hagayya 9, 2020s weerartuu irree fi gachaanni ummata Oromoo WBOn Zoonii Kibbaa godiina Gujii Bahaa keessa socho’u waraana faashistii mootummaa shiftaa itiyoophiyaa koloneer Abiyi Ahimad ummata Oromoo irratti roorrisaan jiru Hagayya 8, 2020 aanaa Liibanii fi aanaa Gumii Eldalloo bakka 4ti tarkaanfii laaleessaa fudhateenii walumaagalatti loltuu 30 ol ajjeesee 20 ol madoo yoo taasisuu gabaasuun isaa ni yaadatama.

Injifannoo Ummata Oromoof!
Hagayya 10, 2020

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Ilmaan nafxeenya saboontoota hidhuun daran jabaatee itti fufee jira.

Godina Horroo Guduruu Wallaggaa aanaa Horroo, ganda Lootii Aannoo jedhamtu keessatti badii tokko malee waraana mootummaa fi miliishaa gandaatiin barsiisonni naannawichaa qabamanii hidhamaa jiru.
Yeroo ammaa barsiisoonni aanicharraa qabamanii waajjira poolisii aanaa Horroo keessatti hidhamanii jiran:
1. Barsiisaa Dinqiisaa Tugaa
2. Barsiisaa Tarrafaa Taaddasaa
3. Barsiisaa Margaa Amantee
4. Barsiisaa Jireenyaa Tasfaayee
Akkasumas:
5. Daani’el Tasfaayee -barataa Yuunivarsiitii Jimmaa waggaa 5ffaa
isaan waliin mana hidhaa keessatti dararamaa jiru.
Namni isaan kana basaasuudhaan akka hidhaman taasise, miliishoota Gandaa Aaagaa Hordofaa fi Asfaswu Garramuu jedhami dha.


Dhiiroo warrikun maaluma jechaa jiru?


ኦሮሙማ-(አፋን ኦሮሞን ማሳደግ) አማርኛን የሚያጠፋ ከሆነ፣

1 አማርኛ ባለቤት የለውም ማለት እንችላለን።
2 አማርኛ ተናጋሪ እንጂ አማራ የሚባል ብሔር የለም ማለት እንችላለን
3 የሰሜን ብሔር ብሔረሰቦች ክልል እንጂ አማራ ክልል የሚባል የለም ማለት እንችላለን
//
ዞሮ ዞሮ ስጨቁን የኖረ እኩል እንሁን ስትለው የተጨቆነ ይመስለዋል

Tamiru L Kitata


ለማ መጋርሣን እና አቶ አብይ አህመድን ያዝረከረከዉ አደገኛ አደንዛዥ ዕጽ ይህ ነው። ፈረንጆቹ ዐዞ ብለው ይጠሩታል ምክንያቱም መሪዙ ሱሰኛውን አቆሳሰሎ በአጭር ግዜ ውሰጥ ስለምገድል። ስለሆነም በበሽታው የተያዘ ሰው በጥቂት ዓመታት ውስጥ ዓለምን ይሰናበታል።
ለማንኛውም ለማ መጋርሣን እና አቶ አብይ አህመድን ከአሁን በኋላ ከበሽታው ማዳን ከባድ ልሆን ይችላል፣ የኦሮሞ ሕዝብ ግን እራሱ፣ ለጆቹ እና የልጅ ልጆቹ በዝህ በሽታ እንዳይጠቁ በንቃት መከላከል ይጠበቅበታል።

Denebo Wario


Otuu fagoo hin deemin baguma eenyuummaa keesan saba baldhaaf dubbatan.
Kaleesas hardhas dhugaa jirtu ni dubbannaa.
#lafuma keenya deebistanii nuuf haa laataniifii miti.
#hidhamtootuma ofii hiitan waan nuuf hiiktaniifis miti.
#aangoo garaa qofaa kan isiniif bu’aa hin qabne san nuuf haa kennitaniifis miti.
#Isinuu aangoo hin qabdan biyya baqaa irrayiis nuhaagalchitaniifis miti…
Dhara keeysan gabbiisuuf yeroo hin qabnu.
Sorry…

Mohammednur Guye


Waraannii gara walaayittaa guuramaa jira.
Oromiyaan immoo dachii ofii irrattii yeroon ittii muddan amma.

Mohammednur Guye

የወላይታ ህዝብ ጥያቄ ህገመንግስቱን መሠረት ያደረገ ሆኖ እያለ ህዝቡ ያነሰውን ራስን በራስ የማስተዳደር ጥያቄ ተከትሎ መንግስት ተመጣጣኝ ያልሆነ ኃይል በመጠቀሙ የተደሰቱ አሃዳዊያን በብዛት እያየን ነው።
Wolayta Media House – WMH
Wolayta Media Network
Wolayta Press – ልሣነ ወላይታ
Wolaita Times
Wolaita Tube

Tamiru L Kitata


Gaafuma halagaa fireefattee, keessumattuu arsii lixaattii manguddoof hayyoonni akka #baabuu_galgee fa’a sittii boohanii, saba akkasittii nu dhiistee nurraa hin deemin jechuun sitti waywaataa turan tuffattee gattee biraa deemtee salphatte.