Sirna mudaa abbaa gadaa Tulamaa

Sirna mudaa abbaa gadaa Tulamaa

ሰበር ዜና!!
በቱለማ ገዳ ባለፉት ስምንት አመታት ህዝቡን ሲያገለግል የነበረው አባገዳ በየነ ሰንበቶ የሥራ ዘመኑ በማለቁ በዴሞክራሲያዊ መንገድ ሥልጣኑን በቅርብ ቀን ለቀጣዩ አባገዳ እንደሚያሰረክብ ይጠበቃል። አዲሱ ተመራጭ የሜልባ ገዳ ፓርቲ አባገዳ ሚደክሶ ጉርሙ በዛሬው ቀን 27/09/2010 በፓርቲው በመመረጡ ዘጠኝ አባላት ያሉበትን ካቢኔውን አዋቅሯል። በቀጣይ ቀናት ትልቅ ጉባኤ ተደርጎ የሥልጣን ሽግግሩ (የባሊ ሥነ ሥርዓት) ይከናወናል። ለአባገደ ሚደቅሶ ጉርሙ መልካም የሥራ ዘመን እንዲሆን እንመኛለን።
አሁን የሚከናወነው የቱለማ አባገዳ የሥልጣን ሽግግር ሲሆን አባገዳ በየነ ሰንበቶ ለኦሮሚያ አባገዳዎች ምክር ቤት ሰብሳቢነቱን እንደሚቀጥል ለማወቅ ተችሏል።
መረጃውን ያደረሰን የቢሾፍቱ ከተማ ኮሚዩኒኮሽን የቄሮ ክንፍ ቶሌራ ጫላ ነው።
****************************
#Toleeraa_Caalaa
Abbaan Gadaa Tuulamaa haaran Muudame Jira
……
Gadaan Beelbaa Tuulamaa Kora Bal’a gaggeessen guyyaa har’aa (27/09/2010)
Abbaa Gadaa Tuulamaa fi Saglan Yaa’ii muuddatee jira saglan yaa’ii keessaa
Abbaa Gadaa Tuulamaa
Obbo Miidhaksoo Gurmuu Muddatee . Namni Jabaan Akka Abbaan Gadaa
Bayyanaa Sanbatuu argamee jira Miidhaksoo Gurmuu Nama Of ta’ee fi Jabaa Gadaa Deebisuuf tattaafataa tureedha .
Tuulama Sadeenifuu Abbootin Gadaa Muudamanii Jiru
1 A/Gadaa
Daacci fi Tuulamaa . Miidhaksoo Gurmuu

2. A/Gadaa Jahan Jiillee Goobana Hoolaa
….
3. A/Gadaa Bachoo Warqinaa Mul’ataa

akkasumas Yaa’ii Walii galaa sagalan yaa’ii Uummmatanii Jiru
Guyyaa boruu Ofkaltii fi eebba Abbaa Muudaa biraa Ni Fudhatuu
Gadaan Teessan Gadaa Quufaa Gadaa Milkii Kan rakkoon Teenya Itti hiikkattu nuuf ta’aa
Yooyyaa jenne